Fana: At a Speed of Life!

Preezidaanti Saahilawarq ajjeechaa iddoolee garaagaraatti lammiilee nagaarratti raawwatame balaaleeffatan

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Preezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ajjeechaa tibbana iddoolee garaagaraatti lammiilee nagaarratti raawwate balaaleffataniiru.
Preezidaanti Saahilawarq Komishinara Komishinii Mirga Namoomaa Ityoophiyaa Dooktar Daani’eel Baqqalaa waliin ajjeechaa suukaneessaa daa’immanii fi dubartoota dabalatee lammiilee nagaa hedduurratti raawwate ilaalchisee mari’achuu isaanii ibsaniiru.
Iddoo kamittuu lubbuu fi kabajni lammiilee haala salphaan ilaallamuu hin qabu jedhan.
Erga raawwatamee booda balaaleffachuu fi ibsa gaddaa baasuu keessaa ba’uu qabna jechuun ibsaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.