Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantin FDRI Saahilawarq hoggantoota hojii garagaraaf muudama laatan

Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) – Preezdaantin FDRI Saahilawarq Zawdee guyyaa har’aa hoggantoota hojii garagaraaf muudama laataniiru.

Bu’uuruma kanaan:

  1. Obbo Birhaanuu Tsaggaayee
  2. Aadde Ya’aalam Tsaggaay
  3. Aadde Hiruut Zammanaa
  4. Ambaasaaddar Maarqos Taklee
  5. Obbo Baacaa Giinaa
  6. Obbo Yibalxaal Aymiroo
  7. Obbo Mihraat’ab Mulugeetaa
  8. Obbo Nabiyaat Geetaachaw
  9. Obbo Tafarii mallas ambaasaaddara guutuu ta’uun yoo muudaman

 

  1. Obbo Adigoo Amsaayaa
  2. Obbo Jamaal Bakar
  3. Obbo Abduu yaasin
  4. Obbo Laggasaa Garramaw
  5. Aadde Iyyarusaalem Amdamaariyaa fi
  6. Obbo Shibbiruu Maammoo

Sadarkaa ambaasaaddaran muudamaniiru.

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.