Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantiin Seeraaliyoon  Waajjira olaanaa Eejansii Nageenya Odeeffannoo daawwatan

Finfinnee, Amajjii 30, 2014  (FBC)- Preezdaantiin Seeraaliyoon Juuliiyaas Maadaa Baayoo fi jilli isaanii Waajjira olaanaa Eejansii Nageenya Odeeffannoo daawwataniiru.

Daayreektarri olaanaan ejansichaa Dooktar Shumatee Gizaaw jilichaa fi preezdaantichaaf dhimmota dhaabbatichi hojjetuurratti ibsa kan taasisaniif yoo ta’uu, eejansichatti kan argamu giddugala misooma kalaqaa saayibaraa fi giddugala egzibiishinii diijitaalaas daawwachiisaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.