Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantiin Seeneegal Maakii Saal Dura taa’aa Gamtaa Afrikaa ta’uun hoggansa fudhatan

Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Seeneegal Maakii Saal Dura taa’aa  Gamtaa Afrikaa ta’uun itti gaafatamummaa hoggansaa Preezdaantii Riippaabiliika Dimokiraatawaa Koongoo Fiiliiksi Shiiseekeediirraa fudhataniiru.

Yaa’iin hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaan guyyaa har’aa magaalaa Finfinneetti eegaluun isaa ni yaadatama.

Akkaataa danbii gamtichaan Seeneegal hoggantummaa Gamtaa Afrikaa waggaa 1’f kan dursitu ta’a.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.