Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantiin naannoo Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddaamoon Magaalaa Bahaar Daar galan

Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddaamoon miidhaa gareen shororkeessaa ABUT ummataa Naannoo Amaaraarraan ga’eef aantummaa isaanii agarsiisuuf Magaalaa Bahaar Daar galaniiru.
Preezdaant Dassitaa Leeddaamoon wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Balaay Zallaqaa ga’an Preezdaantii Naannoo Amaaraa obbo Aganyahu Tashaagariin Simatamaniiru.
Naannoon Sidaamaa sangoota 40 dabalatee galteewwan nyaataa garaagaraa lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif deeggarsa taasiiseera.
Naannichi hanga gareen shororkeessaa ABUT barbadaa’uutti deeggarsa taasiisu cimsee kan itti fufu ta’uu ibsamuu AMC gabaaseera.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.