Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaan Magaalaa Finfinnee galan

Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaa yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf Magaalaa Finfinnee galaniiru.

Preezdaantichi Buufata Xiyyaaraa Idil-Addunyaa Boolee wayita ga’an Ministira Ministeera  Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee fi Hoggantoota Mootummaa Olaanoon simannaan taasifameeraafi.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.