Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantiin Baankii Misooma Afrikaa hojiilee Riifoormii daawwatan

Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Preezdaantiin Baankii Misooma Afrikaa Dooktar Akiinwumii Adeesiinaan hojiilee Riifoormii magaalaa Finfinnee daawwataniiru.
Preezdaantichii fi jilli isaaniin durfamu hojiilee Riifoomii magaalaa Finfinnee daawwachuu isaanii Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Fuula Feesbuukii isaaniin galateeffataniiru.
Preezdaantiin Baankii Misooma Afrikaa Dooktar Akiinwumii Adeesiinaan guyyaa kaleessaa daawwannaa hojiif Finfinnee galuun isaanii kan yaadatamuudha.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo
Waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.