Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantii Seeneegaalii fi Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa Maakii Saal gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Preezdaantii Seeneegaalii fi Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa Maakii Saal dabalatee hoggantoonni biyyoota Afrikaa garaagaraa gara biyya isaaniitti deebi’an.

Preezdaant Maakii Saaliif Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Injinar Ayishaa Mahaammad, Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo fi hoggantoonni olaanoon mootummaa biroon buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti argamuun gaggeessaa taasisaniiruufi.

Haaluma walfakkaatuun hoggantoonni hirmaattoota yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaa turan garaagaraa biyya isaaniitti deebi’aniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.