Fana: At a Speed of Life!

Preezdaanti Saahiwarq hoggantoota dubartootaa biyyoota Afrikaa garaagaraa giddula leenjii hooggansaa Eelan Joonsan Sarliif jajjabeessan

Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahiwarq Zawdeen hoggantoota dubartootaa biyyoota Afrikaa garaagaraa filatamuun giddula leenjii hooggansaa Eelan Joonsan Sarliif sagantaa ‘Amuja’ee’ jajjabeessaniiru.

Giddi galichi hoggantoota dubartootaa biyyoota Afrikaa garaagaraa keessaa walitti babba’an leenjisuun durbartoota ga’oomsurratti hojjeta jedhame.

Preezdaanti Saahilawarq dubartoota ga’oomsuu fi deeggaruuf sagantaan eegalchiisan leenjiin hoggansaa keessa jiraachuu Waajjirri Preezdaantii yaadachiiseera.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.