Fana: At a Speed of Life!

Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee dhimma waqtaawa Ityoophiyaa irratti Siiril Raamaafoosaaf ibsa taasisaan

Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee dhimma waqtaawa Ityoophiyaa irratti Dura Taa’aan Gamtaa Afrikaa wayita ammaa fi Preezdaantii Afrikaa Kibbaa Siiril Raamaafoosaaf ibsa taasisaaniiru.

Preezdaanti Saahilawarqi Dura Taa’aan Gamtaa Afrikaa wayita ammaa fi Preezdaantii Afrikaa Kibbaa Siiril Raamaafoosaaf duula olaantummaa seeraa kabachiisuu mootumaan garee badii Juuntaa ABUT irratti fudhachaa jiru ilaalchiisudhaan ibsa kan laatanifi.

Preezdaanti Raamaafoosaan ibsichaan boodaa haala waqtaawaa Ityoophiyaa dhiyeenyatti akka hordofan beeksisaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.