Fana: At a Speed of Life!

Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee bakka bu’aa olaanoo Gamtaa Awurooppaa waliin marii’atan

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee bakka bu’aa olaanoo Gamtaa Awurooppaa waliin marii’atan.

Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee bakka bu’aa olaanaa Dhimma Alaa fi Nageenya Poolisii Gamtaa Awurooppaa fi Itti Aanaa Preezdaantii Jooseep Booreeliin simachuun waliin marii’ataniiru.

Hariiroo Ityoophiyaa fi Gamtaa Awuurooppaa baroota dheeraaf ture dhimmoota cimsuu danda’anirratti marii’achuu ragaan waajjira preezdaantirraa argame ni muldhisa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.