Fana: At a Speed of Life!

Preezdaanti Saahilawarq Muummittii Ministira Noorway waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee Muummittii Ministira Noorway Eernaa Soolbarg waliin mari’ataniiru.

Maricharratti Ministira Nageenyaa aadde Mufaariyaat Kamiil, Ministira Dubartootaa, Daa’immanii fi Dargaggootaa aadde Yaalam Tsaggaayee fi “ Gootummaa” bara Faranjoota 2019 CNN kan injifatte Frewaynii Mabiraahtuu akkasumaas hoggantoonni dubaraa kaan argamaniiru.

Marii kanaanis fayyadamummaa diinagdee dubartootaa fi deeggarsa taasisuun akka danda’amu akkasumaas siyaasaa fi dhimmoota hirmaannaa dubartootaa guddisuu irratti mari’ataniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.