Fana: At a Speed of Life!

Preezdaanti Saahilawarq ministira dhimma alaa Faransaay waliin mari’ataa jiru

Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ministira Ministeera Dhimma Alaa Faransaay zyoo Iiv Ladirooyoo waliin Abiijaanitti mari’ataa jiru.
Filannoo biyyattii kan moo’atan Preezdaantiin Iyivoorii Koosti Alaasaanee Ootaaraan sirna waadaa galuu har’a ni raawwatu.
Preezdaanti Saahilawarq sirna waadaa galuu kanarratti argamuuf har’a Abiijaan galaniiru.
Ministira Ministeera Dhimma Alaa Faransaay zyoo Iiv ladirooyoo itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaa Makkonniin waliin dhimma duula olaantummaa seeraa mirkaneessuu naannoo Tigraayitti gaggeeffamaa turu ilaalchisee mari’achuun isaanii kan yaadatmuudha.
Preezdaant Saahilawarq Ministira Ministeera Dhimma Alaa Faransaay zyoo Iiv ladirooyoo waliin dhimma duula olaantumaa seeraa mirkaneessuu naannoo Tigraay irratti xiyyeefachuun mari’achuu isaanii ibsameera.
Maddi:- TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.