Fana: At a Speed of Life!

Preezdaanti Saahilawarq Iyivoorii Koosti galan

Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Iyivoorii Koosti galaniiru.
Preezdaanti Saahilawarqi wayita Abiijaan ga’an Muummee Ministiraa biyyattii Hamaad Baakaayookoon simatamaniiru.
Turtii Kootdivaayeriitti taasiisaniin hoggantoota biyyattii garaagaraa waliin hariiroo biyyoota lamaniirratti kan mari’atan ta’uu ragaan Waajjira Preezdaantii argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.