Fana: At a Speed of Life!

Preezdaanti Saahilawarq haleellaa lammiilee nagaarratti raawwatameef gaddi itti dhaga’amuu ibsan

Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen godina Matakkalitti lammiilee nagaa ajjeeffaman ilaalchisee gaddi cimaan itt dhaga’amuu ibsan.

Seenaarraa osoo hin baratiin Ibiddaan taphachuun rakkoo hammataa keessa waan nu galchuuf qindoominaan hojjechuu qabna jedhan.

Du’aan goonkuma walitti madaquu hin qabne jedhan Preezdaant Saahilawarq.

Ajjeechaa irra deddeebiin naannoo Beenishaanguul Guumuuz godina Matakkalitti lammiilee nagaa, dubartoota, daa’immanii fi maatirratti raawwatamu hadheeffannee balaaleeffachu qabna jechuu isaanii ragaan Waajjira Preezdaantirraa argamu ni muul’isa.

Seenaarraa osoo hin baratiin Ibiddaan taphachuun gaaga’ama hamaa keessa waan nu galchuuf qindoominaan akka hojjetamu gaafataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.