Preezdaant Umood Ujuluu waldaalee warqee baasan daawwataan
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Gambeellaa Umood Ujuluu waldaalee warqee baasan daawwataaniiru.
Daawwannicharratti preezdaanticha dabalatee hooggantoonni olaanoon naannichaa argamuu ragaan prees Seekreetariiyaati naannoo Gambeellaarraa argame ni mul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.