Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Uhuruu Keeniyaattaan Finfinnee galan

Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Keeniyaa Uhuruu Keeniyaattan har’a Finfinnee galaniiru.

Muummeen Ministira Abiy Ahimaf fuula Feesbuukii isaaniin akka ibsanitti, Preezdaant Uhuruu Keeniyaattaan Finfinnee galaniiru.

Preezdaantichi wayita buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gaaanitti Preezdaantiin Ityoophiyaa Saahilawarq Zawdee fi MM Abiy Ahimad simannaa taasisaniifiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.