Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Shimallis Biiroo Komishinii Tuurizimii Oromiyaa daawwatan

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Biiroo Komishinii Tuurizimii Oromiyaa daawwataniiru.

Jilli hoggantoota olaanoo Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu har’a Waajjira Komishinii Turizimii Oromiyaa Finfinnee kutaa magaalaa Booleetti argamu daawwateera.

Biiroon komishinichaa meeshaalee fi halluuwwan aadaa Oromoo calaqqiisanin kan faayamee ta’uu ibsameera.

Komishinarri komishinichaa Aadde Lalisee Dhugaa, adeemsa hojiilee yeroo ammaa dalagamanii fi bu’aawwan argamanirratti Preezdaantii Shimallis Abdiisaa fi miseensoota jilichaa waliin mari’achuu ragaan Komishinii Tuurizimii Oromiyaarra argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.