Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Shimallis Abdiisaan magaalaa Gaambeellaa galan

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan magaalaa Gaambeellaa galaniiru.

Preezdaantichi buufata xiyyaaraa magaalaa Gaambeellaa wayita ga’an preezdaantiin naannichaa obbo Umood Ujuluun dabalatee hoggantoonni hojii mootummaa naannichaa biroon simannaa taasisaniifiru.

Preezdaantiichi turti isaaniin misoomaa fi nageenyaa biyyoota lamaaniirratti ni mari’atuun eegama.

Maddi:-TOI

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.