Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Shimallis Abdiisaan ijaarsa Baankii Siinqeef dhagaa bu’uuraa ka’aan

Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ijaarsa Baankii Siinqeef dhagaa bu’uuraa kaa’uun hojii jalqabsiisaniitu.

Sirnicharratti Abbootii Gadaa, Hadholeen Siinqee, Hoggantoonni olaanaoo naannoo Oromiyaa fi dhaabbileen faayinaansii garagaraa argamaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.