Preezdaant Saahiwarq xaalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota adda addaa Ityoophiyaatti muudamanii fudhtaan
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Xaalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa Ityoophiyaatti muudamanii fudhtaaniiru.
Xaalayaa muudama Ambaasaaddara Taayilaand, Niwuuzlaand, Deenmaark, Jiibuutii, Awustiraaliyaa, Gamtaa Awurooppaa, fi Gibtsi Ityoophiyaatti muudamanii fuudhaniiru.
Haala waqtaawaa fi qabatamaa Ityoophiyaa Ambaasaaddaroota kanneeniif ibsa taasiisuu ragaan Waajjira Preezdaantii FDRI irraa argame ni muul’isa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.