Preezdaant Saahiwarq Ministira Ministeera Dhimma Alaa Taanzaaniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee Ministira Ministeera Dhimma Alaa Taanzaaniyaa Libeertaa Mulaamulaan waajjira isaaniitti simachuun mari’ataniiru.
Turtii isaaniin hariiroo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuuf haala dandeessisuu fi hirmaannaa dubartootaarratti mari’achuu ibsameera.
Taanzaaniyaan yeroo jalqabaaf preezdaantii dubartiin hogganamaa jiraachuu fi preezdaant Saahilawarq baatiiwwan 6 dura Taanzaaniyaatti daawwannaa taasisaanii himuu ragaan Waajjira preezdaantiirra argamee ni muul’dhisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.