Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Zawdeen xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota 5 fudhan

Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota haaraa muudamanii biyyoota 5 fudhaniiru.

Haaluma kanaan xalaayaa muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota Yoordaanos, Siishalsii, Kootdiivaar, Beeniinii fi Riippaabilika Koongoo fuuchuu ibsameera.

Ityoophiyaan hariiroo biyyoota kanneen waliin qabdu cimsuu fedhii kan qabdu ta’uu Preezdaant Saahilawarq ibsuu isaanii ragaan Waajjira Preezdaantiirraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.