Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Eertiraa yeroo hojiisaanii xumuran gaggeessan
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Eertiraa Saamaar Ri’aasoomiin yeroo hojiisaanii xumuran gaggeessaniiru.
Preezdaantittiin Ambaasaaddarichi waggoottan sadeen darbaniif hariiroo biyyoota lamaancimsuurratti shoora ba’aataniif galateeffataniiru.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.