Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Ittaantuu Ministira Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaanii waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Ittaantuu Ministira Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaanii Maariinaa Seereenii waliin mari’ataniiru.

Mariisaaniin haala hariiroo biyyoota lameenii yeroo dheeraaf ture daran cimsuun danda’amurratti mari’achuu ragaan Waajjira Preezdaantiirraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.