Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Zawdee waltajjii boordii ‘Smart Afrikaa’ irratti hirmaatan

Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee waltajjii boordii walitti qabaa ‘Smaart Afrikaa’ preezdaantii Ruwaandaa Pool Kaagaameen durfamu irratti hirmaataniiru.

Smaart Afrikaan kaka’umsa hoggantoota Afrikaa kan eegalee misoomni diinagdee fi hawaasumma akka ariifatuuf, birood baandii Afrikaa walii ga’uu fi karoora guddina odeeffannoo fi teeknooloojii kominikeeshinii kan aarifachiisuudha.

Preezdaantittiin imaammata dijiitaalaa tiraanisfoormeeshiin raggasifamee fi tarkaanfiiwwan fudhataman irratti ibsa laataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.