Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq sirna aangoo fudhachuu preezdaantii Giinii irratti hirmaatan

Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq sirna aangoo fudhachuu Preezdaantii Giinii Alfaa Koondee irratti hirmaatan.
Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sirna aangoo fudhachuu Preezdaantii Giinii Alfaa Koondeerratti hirmaachuuf kaleessa waarii Giinii Koonaakrii galuun isaanii kan yaadatamuudha.
Preezdaant Saahilawarq wayita Koonaakrii ga’an Preezdaantii Giinii Alfaa Koondeen simatamaniiru.
Miseensa paartii Walga’ii Ummataa Giinii kan ta’an Koondeen erga biyyattiin bittaa garbummaa Faransaay jalaa baatee preezdaantii bifa demookaraatawaan filataman isa jalqabaati.
Filannoo preezdaantummaa bara kana gaggeeffameen Koondeen marsaa 3ffaaf moo’achuun isaanii kan yaadatamuudha.
Maddi:-EBC
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.