Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq, preezdaantii Ruwaandaa Pool Kaagaamee waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 7, 2012(FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen preezdaantii Ruwaandaa Pool Kaagaamee waliin mari’atan.

Preezdaant Saahilawarq Zawdeen har’a daawwidhaaf gara Ruwaandaa Kiigaalii imalaniiru.

Preezdaantonni lamaan dhimmoota hariiroo Ityoophiyaa fi Ruwaandaa cimsanirratti mari’ataniiru.

Preezdaant Saahilawarq Zawdeen torbee darbe preezdaantii Yuugaandaa Yuweerii Kaaguutaa Muuseveenii fi preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaa waliin mari’achuun isaanii ni yaadatama.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.