Preezdaant Saahilawarq Keeniyaa Naayroobii galan
Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sirna awwaalchaa Preezdaantii Keeniyaa duraanii Muway Kiibaakiirratti argamuuf Keeniyaa magaalaa Naayroobii galaniiru.
Sirni awwaalchaa preezdaantii Keeniyaa duraanii Muway Kiibaakii guyyaa boruu kan raawwatu ta’uu ragaan Keeniyaatti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.
Sirnicharratti hoggantoonni biyyoota garaagaraa ni argamu jedhameet eegama.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.