Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq haleellaa lubbuu lammiilee nagaarratti raawwatame balaleeffatan

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen haleellaa lubbuu lammiilee nagaarratti raawwatame balaleeffataniiru.

Amantaa fi sabummaa fayiidaa siyaasaaf olchuun, lammiilee nagaan haala sukaneessaan yoo du’aan, buqqaafama, rakkoof saaxilama arguun miiraa ofi ibsuuf jechaatu hanqata jedhaniiru.

Haleellaa sukaneessa lammileerra qaqqabeef gaddi isaanii gaddaa kootii jedhaniiru.

Biyyaatti rakkoo hamaa kana keessaa baasuuf hundi shooraa isaa ba’aachuu qabas dhaamaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf; FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.