Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq guutinsi bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu isaa ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen guutinsi bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu isaa ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Preezdaant Saahilawarq Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii guyyaa har’aa aaga nu dhageessiiseera jedhan.
Ityoophiyaan wayita dhiibbaa alaa fi keessaa olaanaa keessa jirtutti cimina ijjoolee isheen hidhichi sadarkaa kanarra ga’uu isaa galateeffataniiru.
Hojjettoota halkanii guyyaa hojii ijaarsa hidhichaa keessatti hirmaatanii fi ummata Ityoophiyaa maraan baga gammaddan jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.