Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq gita isaanii Jarman waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen gita isaanii Jarman Firaank Waaltar Istaayinmaayer waliin mari’ataniiru.

Preezdaant Saahilawarq gita isaanii Jarman Firaank Waaltar Istaayinmaayer waliin bilbilaan mari’achuu isaanii ragaan Waajjira Preezdaantii FDRI irraa argame ni agarsiisa.

Haala waqtaawaa naannoo Tigraay ilaalchisee marii taasiisaniiru.

Dhimma weerara Covid – 19 fi hariiroo waloorratti marii bal’aa taasiisuu isaanii ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.