Preezdaant Saahilawarq garee Biyyoolessaa Ityoophiyaa Afrikaatti dorgommi Kubbaa harka Wilchariirratti hirmaataan jajjabeessan
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee garee Biyyoolessaa Ityoophiyaa Afrikaatti dorgommi Kubbaa harka Wilchariirratti hirmaataan jajjabeessaaniiru.
Ityoophiyaan yeroo jalqabaaf kan gaggeessituu dorgommi Kubbaa harka Wilcharii 11ffaa gareen biyyoolessaa hirmaachisuuf qophiirra jirti.
Biyyoonni Dhiiroota 6 dubartoota ammoo 5 dorgommi kanarratti hirmaatan Dubaayitti kan qophaa’uu dorgommi Kubbaa harka Wilcharii 14ffaan biyyoonni Afrikaa bakka bu’aa yerootti adda ba’aaniidha.
Preezdaantiittin garee dorgommicharratti hirmaatu jajjabeessaniiru.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna