Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Musxafee Mahaammad qaamolee nageenyaa naannichaa waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad koree olaanoo qaamolee nageenyaa fi hoggantoota bulchiinsa magaalaa Jigjigaa waliin  mari’ataniiru.

Marii isaaniitiin baatii Ramadaanaa keessa dhimmoota nageenya magaalaa Jigjigaas ta’ee naannichaa cimsuu dandeessisan irratti mari’ataniiru.

Akkasumas baatii Ramadaanaan walqabatee balaawwan ibiddaa dursanii ittisuu fi hojiiwwan to’annoo cimsuu irratti mari’achuu ragaan Ejansii Miidiyaa naannoo Somaaleerra argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.