Fana: At a Speed of Life!

Poorchuugaal tapha nuusa xumuraaf dabarte

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) –Poorchuugaal Islooveeniyaa injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte.

Tapha moo’anii darbuu halkan kana taphatameen sa’aatiin idilee galchii malee qixa xumuramuun Poorchuugaal rukkuttaa adda bahiinsaan Islooveeniyaa galchii 3 fi 0n injifachuun nuusa xumuraaf dabarte.

Poorchuugaal tapha nuusa xumuraa Faransaay waliin taphattti.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.