Poolisiin magaalaa Dirree Dawaa uffataa seeraa jijjiire
Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Poolisiin Magaalaa Dirree Dawaa uffataa seeraa haaraa miseensiita poolisii haaraa har’a eebbisiiseera.
Uffannaan seerichaa yeroo amma kana ejjennoo dhaabbatichaa bifa ibsuu fi asxaa dhaabbiticha kan irra jirudha jedhameera.
Maddi:-Poolisii magaalaa Dirree Dawaa
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.