Fana: At a Speed of Life!

Poolisiin Federaalaa Meeshaalee Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 7.6 oltti tilmaamamu to’achuu ibse

Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) – Poolisiin Federaalaa Baatiiwwan jahaan darban Meeshaalee Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 7.6 olitti tilmaamamu to’achuu ibseera.

Dhaabbatichi raawwii hojii baatiiwwan jahan darbanii gamaaggameera.

Sosochii Farreen nageenyaa to’achuuf hojiilee hedduun hojetamuu Itti Aanaan Komishinaraa Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Malaakuu Faantaan ibsaniiru.

Oppireeshinii bal’aa gaggeeffameen bu’aa jajjabeessan argamuu dubbataniiru.

Yakka Kontiroobaandii to’achuuf hojii hojjetameen meeshaaleen Birrii biiliyoona 7.6 olitti tilmaamamu to’atamuu himuu ragaan Poolisii Federaalaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.