Poolaand ajandaa traansifoormeshinii dijiitaala Ityoophiyaa nan deeggara jette
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC)-Fooramiin bulchiinsa intarneetii 16ffaan qopheessummaa Poolaandiin gaggeeffamaa jira.
Fooramichaan cinatti Ministir deetaan Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Huriiyaa Alii gorsaa imaammaata dijiitaala muummee ministiraa Poolaandii Kirshiishtoov Shubaart waliin mari’ataniiru.
Aadde Huuriyaan Ityoophiyaan boca imaammataa traansifoormeshinii diijitaalatin qonnaan, tuurizimii, oomishaa fi indaastirii akkasumas damee ayiisiitiin haala mijata uumuu hojiiwwan garagaraa hojjechaa jiraachuushee ibsaniiru.
Ityoophiyaan misooma dijiitaala birootin tumsaan hojjechuu akka barbaadduu ibsaniiru.
Gorsaan imaammaata dijiitaala muummee ministiraa Poolaandii Kirshiishtoov Shubaart gama isaaniin biyyiisa isaanii muuxannoo misooma dijiitaalatiin qabduurratti aadde Huuriyaaf ibsa taasisaniiru.
Poolaand ajandaa traansifoormeshinii dijiitaala Ityoophiyaa akka deeggartu ibsuu isaaniis ragaan Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojiirra argame ni muul’dhisa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.