Fana: At a Speed of Life!

Piroojaktii Laga Dachaatuu haala Jalqabaasiisuun danda’amurratti mari’atame

Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Jilli Biyyoota Addunyaa 8 irraa walitti babahe pirojektii Laga Dachaatuu haala jalqabaasiisuun danda’murratti Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar waliin mari’atan.

Mariin isaaniis jalqabbii pirojektichaa fi faayidaasaarratti kan xiyyeeffate ta’uun ibsameera.

Wayita marichaatti Obbo Kadiir akka jedhanitti pirojektichi bulchiinsa magaalichaaf faayidaa damee hedduu kan qabuudha.

Milkaa’ina pirojektichaafis bulchiinsi magaalichaa deeggarsa barbaachisa akka taasisu dubbataniiru.

Daayrektarri WRI Dooktar Akiliiluu Fiqiree gama isaaniin, waa’ee pirojektichaarratti ibsa kennuu ragaan kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.