Fana: At a Speed of Life!

Piroofeesar Masfiin Ar’ayaa Ityoophiyatti Ambaasaaddara Raashiyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC) – Koomishinaarri Koomishii Marii Biyyaalessaa Masfiin Ar’ayaa Ityoophiyatti Ambaasaaddara Raashiyaa Yiviineen Terekiin waliin mari’ataniiru.

Embaasiin Raashiyaa gama miidiyaa hawaasummaa isaan akka ibsetti, Piroofeesar Masfiin Ambaasaaddar Yiviineen Terekiin waliin haalaa adeemsa marii biyyaalessarratti mari’ataniiru.

Keessumaa waliigaltee Mootumma Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti taasifame hordofuun koomishinichi marii biyyaalessaa hirmachisaa ta’e haala gaggeesuurratti mari’achuu isaanii Embaasichi ibseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.