Fana: At a Speed of Life!

Piroofeesar Birihaanuun Yuunivarsiitii Jigjigaatti qophii Barattoota kutaa 12ffaa qoramanii daawwatan

Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birihaanuu Naggaan Yuunivarsiitii Jigjigaatti haala qophii Barattoota kutaa 12ffaa qoramanii daawwataniiru.

Haala qophii qormaataa ilaalchisee hoggantoo olaanoo naannoo Somaalee waliin daawwataniiru.

Barattoonni qormaata isaanii bifa tasgabbii qabuun akka qoraman jajjabeessaniiru.

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Boruu eegalee barattoota Saayinsii Hawaasaaf kan laatamu ta’uu ragaan Ministeera Barnootarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.