Fana: At a Speed of Life!

Piroofeesar Birhaanuun Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Maasiingaa waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Maasiingaa waliin dhimmoota waloorratti mari’atan.

Haala hariiroo damee barnootaa cimsuun danda’amurratti mari’ataniiru.

Itiyoophiyaa fi Ameerikaan Bara Faranjootaa 1950 eegalee tumsa damee barnootarratti waloon hojjechaa jiraachuu ragaan Itiyoophiyaatti Embaasii Ameerikaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.