Fana: At a Speed of Life!

Pirojektoonni tola ooltummaan hojjetaman fayyadamtootaaf dabarfaman

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Pirojektoonni tajaajila tola ooltummaan Waajjiraa Muummee Ministiraa fi Dhaabbilee Waamamtootaan hojjetaman fayyadamtootaaf dabarfamaniiru.

Piroojektonni ijaaraman kunneen manneen harka qalleyyii 10, dallaa mana barumsaa, mana kitaabaa, teessumaa fi mana fincaanii sadarkaa isaa eeggate ta’uun ibsameera.

Pirojektoonni kunneen baasii Birrii miiliyoona 21.9’n kan ijaaraman ta’uu himameera.

Pirojektonni kunneen Bakka Itti Gaafatamaa Waajjira Minisitira Muummee fi Itti Gaafatamaan dhimmota Kaabinee Aadde Alamtsahaay Phaawuloos argaminitti walharkaa fudhiinsi taaaifameera.

Muluu Waaqshumeetu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.