Pirojektiin Wancii-Dandii har’a eebbifama
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Pirojektiin Ikkoo Tuurizimii Wancii Dandii har’a eebbifama.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirojektoota sagantaa “Maaddii Biyyaaf” jedhuun ijaarsisa jiran keesaa isa 3ffaa kan ta’e Mandara Ikkoo Tuurizimii Wancii-Dandii har’a ni eebbisiisu.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaan
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.