Fana: At a Speed of Life!

Piriimerliigii Ingilizii Cheelsiin Fuulhaamiin 1 fi 0’n injifate

Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Tapha Pirimerliigii Ingilizii torbee 21ffaan Cheelsiin Fuulhaamiin 1 fi 0’n injifateera.

Tapha Fuulhaam waliin dirree isaarratti taphate kanaan galchii 1 lakkoofsisuun qabxii sadii argateera.

Haaluma kanaan qabxii 31’n gabatee Liigichaan sadarkaa 8ffaa qabateera.

Liigicha qabxii 45’n Liiverpuul dursaa jira.

Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.