Piriimaayer Liigii Ingilaandiin Maanchiisteer Yuunaayiid morkataa isaa yoo injifatu Cheelsiin injifatame
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan taphni har’a taphatameen Maanchiisteer Yuunaayiid Weest Haam yoo injifatu Cheelsiin Woolvisiin injifatame.
Taphni har’a galgala sa’aatii 11:00 irraa jalqabee taphatameen Cheelsiin Woolviisiin galchii 4 fi 2n yoo injifatamu, Maanchiisteer Yuunaayiid Weest Haam Yuunaayitiidii galchii 3 fi 0n injifateera.
Taphni Boornimaawuuz Nootiingihaam Forest gidduutti taphatame ammoo galchii 1 qixa xumurameera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.