Fana: At a Speed of Life!

Piriimaayer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni 7 ni taphatamu

Finfinnee, Mudde 17, 2015 (FBC) – Waancaa Addunyaa 22ffaan booda Piriimaayer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni 7 ni taphatamu.

Haaluma kanaan waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee
Bireentifoordi – Tootanihaam waliin kan taphatu yoo ta’uu,
Galgala sa’aatii 12:00 irraa jalqabee
Kiristaal Paalaas – Fuulhaam
Eevartan – Woolvarhaampiton
Leesiister Siitii – Niwuu Kaastiil Yuunaayitiid
Saawuuz Hampiton – Biraayitoon waliin ni taphatu.

Akkasumas galgala sa’aatii 2:30 irraa eegalee Astoon Viillaan Liivar Puul waliin yoo falmatu, halkan sa’aatii 5:00 irraa jalqabee dursaan liigichaa Arsenaal Weestihaam Yuunaayitiid waliin ni taphata jedhame.

Maddi:-BBC Sport

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.