Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaan Adaamaan Madin Ityoophiyaa injifate
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 29ffaan Adaamaan Madin Ityoophiyaa 3 fi 0 injifateera.
Tapha har’a Istaadiyeemuu Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti taphatameen goolii Dassitaa Yohaannis boqonnaa duraa fi Biiniyaam Ayitan boqonnaa booda lakkoofsisaniin fi Abduulkariim Mahaammad garee isaarratti galcheen Adaamaan qabxii 3 argateera.
Kilabni Kubaa Miilaa bulchiinsa Magaalaa Adaamaa qabxii 40 sadarkaa 6ffaarratti argama.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.