Fana: At a Speed of Life!

Piriimaayeer Liigii Itiyoophiyaan Qiddus Giyoorgisii fi Walaayittaa Diichaan morkattoota isaanii injifatan

Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) – Piriimaayeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 13ffaa har’a taphatameen Qiddus Giyoorgisii fi Walaayittaa Diichaan morkattoota isaanii injifataniiru.

Walaayittaa Diichaan Hambarichoo Duraamee galchii 1 fi 0n yoo injifatu, Qiddus Giyoorgis Baankii Daldala Itiyoophiyaa galchii 3 fi 0n injifateera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.