Fana: At a Speed of Life!

Pireezidantiin Biraaziil Ityoophiyaa daawwachuufi

Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)-Pireezidaantiin Biraaziil Luulaa Da Silvaa Ityoophiyaa daawwachuuf ta’uun ibsame.

Pireezidaantichi dawwannaan Ityoophiyaatti taasisan Biraaziil biyyoota Afrikaa waliin hariiroo daldalaa fi dippilomaasii ishee cimsuuf kaayyeeffachuu kan argisiisuu ta’uun eerameera.

Gaazexaan Biyyattii ‘Oo Gilooboo’ jedhamu akka gabaasetti, pireezidantichii Ityoophiyaa dabalatee, Angoolaa, Moozaambiik, Seneegaal, Gaanaa, Naayijeeriyaa fi Saa’ootoomoo akkasumas Piriinsiippeen daawwachuuf karoorfataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.